DIINQA AFAAN OROMOO KUTAA 1ffaa–Marii Dhimma Afaan oromoorratti Hayyoota Oromoo waliin taasifame kutaa 1ffaa

Qophiin Diinqa Afaan Oromoo qophii qorannoofi qo’annoo dhimma Afaanii gama subquunnamtii garaagaraan (ONN Satilite, Marsariitii, Live Video, Viber, garaagaraan ) torbanitti yeroo tokkoofi isaa ol dhihaatudha.  Marii kanarratti hayyoonni Oromoo goolee Oromiyaa maraafi biyya Ambaa kana keessa jiran qooda fudhatu.

Hidhaa armaan Gadii kana tuquun Marsaa 1ffaa qopheessine dhaggeeffadha!!

QOPHII DIINQA AFAAN OROMOO KUTAA 1FFAA

 

 

 

Yaada Keessan kan toora FB kanaa gadirratti kennaa