WALIIGALTEE ODF, PG7, APP fi SDNM)-IBSA GABAABAA Hundee Dhugaasaa’tiin

WALIIGALTEE ODF, PG7, APP fi SDNM)-IBSA GABAABAA Hundee Dhugaasaa’tiin

Waggottan dheeraaf hayyoota fi qabso’ota keenya salphisuu fi arrabsuu hojii godhatanii kan jiran Oromoota ykn ergamtoota diina baay’ee argaa jirra. Badii Oromiya / Ityoophia keessa jira jedhanii yaadan hundaaf namoota fi gocha isaanii bacancarsaa oolu. Dubbiin kanaan dhaabotni hundi tarreen waan haleelaman yoo fakkaate ille, haala itti ADO namoota muraasni itti mul’isuu barbaadanii fi duulli maqa balessii deemaa jiru sarara darbaa jira. Kunis akka sabatti namoota warreen qaroo fi mul’ata sabaa qaban jamsuudhan jaboo ta’an nu fakessaa jira. Namootni sirna fi kaayyoo siyaasa itti fakkate jala hiriiruun saba koo jedhaniif dalaguu mirga guutuu qabu. Namani itti amnu ni deeggara, kan itti hin amanne immo ni dhiisa malee, ganama fi galgala oduu jibbaa fi diiggitii odeessun qaanii dha.

ODF – Oromo Democratic Front Warraqsa Biyyoolessa Ityoophiyaa (WBI), partilee Ityoophiyaa sadii (PG7, APP fi SDNM) waliin ta’uun ijaare ilaachise ibsa guddaatu irra eegama. Ilaacha ‘Ityoophiyaa Federaalofte’ jalatti hojjachuun qofti garuu duulaa fi aarrabsoof nama saaxiluu hin qabu. Namni waanuma afaanitti dhufe hunda namaa fi dhabatti dhoobuun salphina dha. Warreen kaan immo jibba namaa qabu. Namoota isaan jibban kun waan sirna fi sirna hin taaneef (bu’aa siyaasaf jecha) maqa balessii fi ajjecha enyummaa hedduu keessa darbaniiru. Jarreen hanga kana itti duulamu, namootuma qabsoo Oromoo miila lamaan dhaabuuf bara isaanii hunda dadhabanii dha. Yoo madalliin jirachuuf deema ille ta’e, namootni kun eenyu caalaa Oromo fi enyu caalaas qabsa’oo ta’uu isaanii dagachuu hin qabnu.

Namootni buleyyii keenya fi dureyyii keenya bara isaanii guutu qabsoo keessatti dabarsan arrabsuuf xiqqoo ille hin qaanofne dura dhabatamuu qaba. Yoo dubbiin kun har’a hin dhabattiin, dhimma qabsaa’otni dargaggoo fi mul’ata haaraa qaban bor immo carra wal fakkaatun hin simatamneef hin jiru. Hanguma namoota fi dhabota keenya irratti duullu, hojii fi bu’aa isaan fiduuf deeman karatti hambisuuf akka jiru hubadhaa. Ergamootni diinas kana keessa hulluqanii, qabsoo Oromoof waan quuqaman fakkessuun afan-fajjii babal’isuu fi furmaata karaa Oromoo dhufu hunda ajjesutti jiru.

Kana barre duudha keenya kabaja, hubanna  hundagalesumma irratti hunda’etti haa gudannu.
Galatooma.

We are observing for too long how some people engage Oromo political organizations with outright insult and a campaign to silence them in to doing nothing. They blame them for literally everything that goes wrong in Oromia / Ethiopia. This has happened to most Oromo parties, but the way ODF is being portrayed is getting too nasty and too far. We are becoming a nation that is best at killing its bright and visionary leaders. This need to stop if we reallycare about Oromumma and the interest of the Oromo at large. Individuals have the right to organize themselves for whatever specified political objectives. Anyone who disagrees has also full right not to support them, but working 24/7 to silence a given party is absolutely disgusting.

It is true ODF – Oromo Democratic Front has a lot to explain regarding its announced deal to form ‘Ethiopian National Movement (ENM) with three other Ethiopian parties (PG7, APP & SDNM). But working on the auspice of ‘Federated Ethiopia’ by itself does not give the other the right to say whatever comes to its mouth. Other individuals have an allergic with some name within ODF. The ODF Leaders have suffered massive character assassination and blackmailing over years for both genuine mistakes and lies fabricated for poliAtical benefits. These people actually put the very foundation of Oromo political struggle on its feet. Reaching stated goal on time or not is a different story. But, if there is going to be a measure of relevance; these Senior Oromo political veterans are more Oromo and more patriotic than any of these who are barking here and there for whatever reason that comes to their mind.

People who don’t have a shame insulting veterans who spend their entire life in political struggle need to be told enough is enough. If we can’t stop it here, there is no reason why today’s young and bright fighters won’t face similar fate in the late days of their life. The more we try to discredit their effort and persona; mind you we are also affecting the bargaining power of an Oromo entity wherever that may be. In the mean time, the Woyane cadre also use this opportunity to confuse and kill any viable solution coming out of the Oromo camp. Having this in mind and acting accordingly is indeed the best contribution to the struggle.

Let’s grow up to our old values of respect, wisdom and inclusiveness. Thanks.

12096541_10153660494244483_7545539082469651393_n 13900480_1596759893671117_1118312081_n 14055772_1595612117119228_134284305_n 14633064_10210793433062783_8868369787182543149_n 14690911_555945944593986_6788780190895244596_n 14696854_1595472277133212_1987368484_n-1 14696854_1595472277133212_1987368484_n 14718662_751178211687077_1030052996438295336_n 14718841_751013871703511_7373528102553204872_n 14793811_1599121176768322_133028092_n 14793822_1120372991373617_787769373_n 14800804_1594455563901550_1222903450_n 14801014_1595486097131830_1067498342_n-1 14801014_1595486097131830_1067498342_n 14805390_1598855353461571_571185745_n 14825525_1595563617124078_814370394_n 14825691_1597873876893052_1698370583_n-1 14825691_1597873876893052_1698370583_n 14825731_751240171680881_2143868157_n 14825795_1595239513823155_1218466658_n 14826196_1596482330365540_2043345406_n 14826325_1602962979717475_1829039254_n 14826329_1598731603473946_1134937077_n 14826465_1596830060330767_2133496903_n 14872433_1596868360326937_538967429_n 14872552_1600018246678615_461533588_n-1 14872552_1600018246678615_461533588_n 14872570_1599091123437994_2031742212_n 14872586_1595384230475350_1510028602_n 14872591_1599175176762922_669437197_n 14874836_1596518057028634_172604979_n 14874958_1603155783031528_731622882_n 14875017_1603140713033035_1689010065_n 14875080_1596687023678404_1470525973_n 14875235_1600032120010561_400381786_n 14875325_1789223737958220_58555109_n 14875361_1598793006801139_782220631_n 14875393_1598739800139793_181004986_n 14876393_751242021680696_530796886_o 14877175_1120362318041351_130670401_n 14877176_1600151716665268_1321462321_n 14877257_1597892876891152_94853976_n 14877686_1596601050353668_625744428_n 14877759_1599209513426155_232434620_n 14877785_1599054616774978_1186972557_n 14877904_1598884526791987_1400981675_n 14881493_321077868263782_2001965338_o 14885783_1596741273672979_626566501_n 14885835_1602965773050529_1132147143_n 14885999_1598886046791835_892604283_n 14886174_1599278113419295_76739642_n 14886302_1596519503695156_477885547_n 14914532_1603115436368896_960707028_n 14914860_1603072696373170_1857910324_n 14915481_10210793487144135_3404077767761651367_n 14925367_10210793484464068_7683120260755276483_n14793785_1594422547238185_608831423_n 14794078_1594586527221787_1683129887_n 14800804_1594455563901550_1222903450_n 14813699_1594709170542856_538749698_n 14805390_1598855353461571_571185745_n 14801014_1595486097131830_1067498342_n 14720429_1164384150296015_3683364682035139769_n 14718841_751013871703511_7373528102553204872_n 14800845_1594715677208872_993857122_n

Yaada Keessan kan toora FB kanaa gadirratti kennaa